Fana: At a Speed of Life!

Namoota qajeelfama aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegalame

Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegaluu Poolisiin Federaalaa beeksise.

Tibbana Imala Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Finfinnee gara Magaalaa Maqalee qopheesserratti namoota hojmaataa fi qajeelfama Siiviil Ayiveeshinii cabsan 6 irratti qorannoo yakka shoorarkeessummaa eegaluu himeera.

Haaluma kanaan:-

– Yohaannis Daani’eel Barihee,

-Amaanu’eel Mawucaa Abrahaa,

– Naatinaa’eel Wandawasan Shuumee,

– Eeliyaas Dirribaa Badhaanee,

-Yidiidiyaa Natsaannat Abbabaa fi Illeenii Kinfaa Takla’aabirratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegalamuu ragaan fuula Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.