Namoota dhuunfaa ogummaa isaaniin Raayyaa Ittisaaf tumsa taasiisaniif beekkamtiin kenname
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Namoota dhuunfaa ogummaa isaaniin Raayyan Ittisaa Biyyaa FDRI’f tumsa taasiisaniif beekkamtini kenname.
Guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuun namoota dhuunfaa tumsa taasiisaniif miseensummaan kabajaa fi beekkamtiin kennameera.
Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan saganticharratti argamuun miseensummaa kabajaa fi beekkamtii kana kennuu isaanii ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.