Fana: At a Speed of Life!

Namoonni Vaayrasii Koroonaan qabaman kuma 34 ol ta’eera

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) – Namoota Vaayrasii Koroonaan qabaman kuma 34 fi 800 keessaa namoonni 803 du’an.
 
Bara Faranjootaa 2003 wareera vaayrasii kanaan namoonni 774 du’uun isaanii kan yaadatamuudha.
 
Hanga ammaatti waliigala namoonni 803 dhibee kanaan yoo du’an, Chaayinaa alatti namoonni lama du’aniiru.
 
Guyyaa kaleessaa qofa bulchiinsa Huubeewaa magaalaa Wiihaanitti namoonni 81 du’aniiru.
 
Maddi:-BBC
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.