Fana: At a Speed of Life!

Namoonni dhuunfaan Shanee fi jaallewwan isaaf hojjechuun shakkaman 17 to’ataman

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti namoonni dhuunfaan Shanee fi jaallewwan isaaf hojjechuun shakkaman 17 to’atamuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise.

Naannichaatti ergamtoota garee shororkeessaa ABUT fi shanee to’achuuf hojiin nageenya kabachiisuu ciminaan hojjetamaa jiraachuu komishinichi ibseera.

Qaamolee nageenyaa biroo waliin ta’uun hordoffii fi to’annoo taasiifameen ergamtoonni garee shororkeessaa kanneenii 17 to’atamuu komishinarri Komishinii Poolisii naannichaa Abuulaa Uboong ibsaniiru.

Maddi:-TOI

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.