Fana: At a Speed of Life!

Namoonni dhuunfaan miidiyaa hawaasaan odeeffannoo sobaa tatamsaasaa turan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf wayita jedhan to’ataman

Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Namoonni dhuunfaan miidiyaalee hawaasummaan maqaa Raayyaa Ittisaa gurraachessuu fi tokkummaa biyyaa balaarra buusuuf odeeffannoo sobaa tatamsaasaa turan karaa seeraan alaan wayita biyyaa ba’uuf jedhan to’ataman.
Shakkamtoonni kunneen namoota biroo seeraan ala biyyaa ba’uuf yaalaa turanii fi dabbabarsa namootaa seeraan alaa keessatti hirmaatan waliin to’annoo jala ooluu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.