Fana: At a Speed of Life!

Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun ittiin kadhataa turan to’annaa jala oolan

Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfaa daa’ima dhibee kalee dhukkubsatee fakkeessuun  ittiin kadhataa turan to’annaa jala ooluu Waajjirri Bulchiinsa kutaa Magaalaa Gullallee beeksiseera.

Shakkamtoonni to’annaa jala oolan daa’ima waggaa 10 dhibee kalee dhukkubsataa jechuun sanadaa sobaa qopheessuu maallaqaa walitti qabaa turan.

Namoonni 11 to’annaa jala ooluunis qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu itti gaafatamaan waajjirichaa obbo Geetahuun Abarraan ibsaniiru.

Shakkamtoonni kunneenis eeruu uummataatiin to’annaa jala ooluu ragaan waajjira kantibaarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.