Fana: At a Speed of Life!

Namni vaayrasii koroonaan qabame 1 Adaamaatti argame

Finfinnee, Bitootessa 18, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti namni vaayrasii koroonaan qabame tokko argamuu koreen taaksi foorsii naannichaa beeksise.

Namoonni isa waliin tuttuqaa qaban 24 iddoo tursiisa addaa galuu isaanii ibsameera.

Koreen kun dagannaan hawaasa bira jiru yaachisaa ta’uu isaa beeksiseera.

Namni kun Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 13ffaa ta’uu isaa ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.