Nageenyi Ityoophiyaa nageenya Gaanfaa Afrikaaf murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alam sadarkaa itti aanaa bareessaatti daayreektarri olaanaa waajjiira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Naayroobiitti argamu Hawwaa Baangurii waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin Hawwaa Baangurii nageenyi Ityoophiyaa nageenya Gaanfaa Afrikaaf murteessaa ta’uu ibsaniiru.
Ityoophiyaa Gaanfaa Afrikaatti nagaan akka bu’uuf tattaaffii taasiftuuf galateeffataniiru.
Haaluma wal fakkatuun Ambaasaaddar Mallas Keeniyaatti Ambasaaddara Fiinlaand Iirkii Laandibaargii fi Ambaasaaddara Burundii Haanoonimaan Iviiliin waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Iirikiin hariiroo baroota dheeraa Ityoophiyaa fi Fiinlaand giddu jiru kaasuusaanii ragaan Keeniyatti Imbaasii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.