Fana: At a Speed of Life!

Nageenya saaybari eeguuf mariin gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaa dhimmota nageenya saaybarii eegsisuuf dandeessisaan irratti waloon hojjechuuf hoggantoota eejansii nageenya saaybari waliin mari’ataniiru.

Proofeeserichi biiroo hoggantoota fi hojjettota eejansicha daawwachuu ibsameera.

Daawwannaa isaaniin cinattis Ministirichi, qorannoon, misooma fi leenjiwwaan nageenya saaybarii eegsisaan irratti waloon hojjechuu marii taasisuu ragaan eejansicharra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.