Fana: At a Speed of Life!

Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina-Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina jechuun bulchiinsi magaalichaa ibseera.

Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina-BMF

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina jechuun bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibseera.

Ibsitu tokkummaa sabdaneessa uummata, kabajuu fi waldanda’uu amantaalee  kan taatee magaalaan Finfinnee fi  nageenya uummattoota biyyatti diiguuf humnoota keessaa fi alaa qindoominaan gocha badii raawwachuuf ni hojjetu.

Gochi badi kunis tibba kana kutaa biyyatti iddoowwan tokko tokkootti muul’achu ni yaadatama.

Guyyaa har’as salaata Iid Alfaxiir guddicha hawaasa musiliimaa iddoowwan garagaarratti walitti babba’uun istaadiyeemii magaalaa Finfinnee fi naannawichatti walitti qabanirratti gocha badi raawwachuuf amantoonni sirnichaa bifa tasgabba’aan akka hin raawwannee fi gara hokkoraatti akka galamuuf yaaliin taasifameera.

Mootummannis humnota gocha badi kana raawwachuuf yaalaniirratti tarkaanfii barbaachisaa akka fudhatu ibsu ragaan waajjira kantiibaa magaalaa Finfinnee argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.