Fana: At a Speed of Life!

Naayijeeriyaatti gamoon mana barumsaa jiguun lubbuun barattoota 22 darbe

Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaatti gamoon mana barumsaa Jiguun lubbuun barattoota 22 darbuu gabaafame.
Kutaa Bulchiinsa giddu gala biyyattii Pileetuu jedhamutti balaa Gamoon Mana Barumsaa Jiguun qaqqabeen lubbuun barattoota 22 darbuu fi 130 irra ammoo miidhaan qaamaa gahuu BBCn gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.