Naayijeeriyaan walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa Nuusa xumuraa har’a taphatameen Naayijeeriyaan Angoolaa injifachuun walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha galgala kana sa’aatii 2:00 irraa eegalee taphatameen Naayijeeriyaan Angoolaa galchii 1 fi 0n injifachuun Waancaa Afrikaa 34ffaan biyya jalqabaa Walakkaa xumuraaf dabarte taate.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.