Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii ‘D’ Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame.
Biyyi Afrikaa Lixaa Naayijeeriyaan olaantummaa taphaa waliin Sudaan Goolii 3 fi 1n injifachuun ramaddicha qabxii jahaan dursuu eegalteerti.
Naayijeeriyaan tapha jalqabaa waancaa 33ffaan Gibtsi goolii 1 fi 0n injifachuun kan yaadatamuudha.
Ramaddii kan jala kan jiran Gibtsi galgala kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee Giinii Bisaw waliin ni taphatti.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.