Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Ummannii fi mootummaan Naannoo Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 akaakuu fi maallaaqaan deeggarsa taasiisaniiru.

Sangantaan deeggarsaa kun har’a magaalaa Buttaa Jiraatti gaggeeffameera.

Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw fi Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Kibbaa obbo Xilahuun Kabbadaan deeggarsicha Ministir Deettaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Maartaa Liiwiijiif laataniiru.

Gama biroon hoggantootaa fi dargaggoota naannichaa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifamuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.