Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityophiyaa mana mare sablammootaa hundeessuuf yaa’ii gaggeessaa jira

Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityophiyaa mana maree sablammootaa hundeessuuf yaa’ii isaa Magaalaa Miizaan teeppiitti gaggeessaa jira.

Yaa’icharrattis miseensota hundeessitootaa, hoggantootaa olaanoo naannichaa, jaarsolii biyyaa fi keessummoonni biroon argamaniiru

Yaa’ichaan Afyaa’ii fi Ittaanaa Afyaa’ii kan filatan ta’uu kominikeeshinii naannichaarraa ragaan argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.