Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti giddugalli omishaafi raabsaa oksijina eebbifame

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) – Naannoo Somaaleetti giddugalli omishaafi raabsaa oksijiina yaala fayyaa eebbifame.

Giddugalichi magaalaa Jigjiigaatti pireezidaantii itti anaa naannichaa Obbo Musxafee Mohaammad fi anga’oota biroo waliin eebbifame.

Hanqina oksijiini naannicha mudachaa ture furuun, baasi fi imala fagoo giddugalichi ni xiqqeessa jedhameera.

Dhukkubsatoota Koroonaaf,oksijiinaan arganuu qormaataa ture sadarkaa olaanaan akka furuu Obbo Musxafee Mohaammad kan himan.

Giddugalli omisha oksijina kun guyyaatti siliindara 200 ni omisha.

Maddi:- Komunikeeshinii naannichaatti.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.