Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sabaa fi Sablammoota Ummattoota Kibbaa yaa’ii idilee gaggeessaa jira

Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Naannoon Sabaa fi Sablammoota Ummattoota Kibbaa Magaalaa Hawaasaatti yaa’ii idilee gaggeessuu eegalaeera.

Yaa’ichan manni marichaa raawwii karooraa 2015 baatiiwwan ja’an darbanii irratti akka mari’atu eerameera.

Dabalaataanis muudama garaagaraa dhiyaatu ni raggaasisan eegama.

Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan turu ta’uun ibsameera.

Birhaanuu Bagaashaatu gabaase.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.