Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Oromiyaa naannoo Amaaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa naannoo Amaaraatti lammiilee sababa waraanaatin miidhamaniif kan ooluu deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.

Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan magaalaa Baahir Daar galuun isaanii yaadatama.

Preezdaantichi naannachatti lammiilee sababa waraanaatiin miidhamaniif kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 naannoo Amaaraaf laataniiru.

Preezdaant Shimallis deeggarsicha wayita laataniitti simannaa taasifameefi galateeffataniiru.

Deeggarsicha kan fuudhaan preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa, Naannoon Oromiyaa Ilmaan isaa erguun diina waloo nu weerare qolachuu keessatti gahee olaanaa taphateera, har’as deebisanii dhaabuu keessatti gumaacha nuuf gochaa jirtaniif ni galateeffannaa jedhan.

Maddi:-AKM

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.