Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Oromiyaa muxannoo qabeenya Tuuriizimii beeksisuun qabu naannolee biroof qooduu qaba – Salaamaawiit Kaasaa

Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawiit Kaasaan Komishinara Komishinii Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Leellisee Dhugaa waliin mari’ataniiru.

Damee Tuuriizimiirratti bal’inaan hojjetamuu akka qabu marichaan kaasaniiru.

Naannoon Oromiyaan baatiwwan arfan darban damee Tuuriizimiin hojiilee jajjabeessaa hojjechuu Salamaawiit Kaasaan himaniiru.

Muxannoon naannichaa naannolee biroof babal’achuu akka qabu yaadachiisaniiru.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.