Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Oromiyaa fi Gaambeellaa hojiiwwan misoomaa fi nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa hojiiwwan misoomaa fi nageenyaa naannolee lamaanii waggoottan shanaan dhufaaniirratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.

Waliigaltichaas Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimalliis Abdiisaa fi preezdaantii naannoo Gaambeellaa Umood Ujuuluun mallateessuu ragaan waajjira preezdaantii Oromiyaarra argame ni muul’dhisa

Preezdaantii Shimallis guyyaa har’a gara magaalaa Gaambeellaa imaluun isaanii ni yaadatama.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.