Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa qaamolee nageenyaf gumaacha taasisaniif beekamtii laate

Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Naannoon Kibbaa qaamolee nageenyaf gumaacha taasisaniif beekamtii laate.
Sirnicharratti preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw, preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Ledaamoo, jaarsoliin biyyaa, abbootiin Gadaa, miseensonni raayyaan ittisa biyyaa, poolisiin federaalaa fi humni addaa argamaniiru.
Sirni beekamtii laachuu kun magaalaa Hawaasaa Istaadiyamii Duriitti gaggeeffameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.