Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa marsaa 5ffaan raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 52 olitti timaamamu taasise

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Naannoon Saboota Sablammootaa fi Ummattoota Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 52.8tti tilmaamamu taasiseera.

Ministir Deetaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Aadde Martaa Luwujii deeggarsa kennameef galateeffataniiru.

Deeggarsi kun hojiilee misoomaarratti cimee itti fufuu qaba jedhaniiru.

Maddi:-TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.