Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 892’f dhiifama taasise

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 892 ‘f dhiifama taasisuu beeksise.

Pireezidaantiin naannichaa Obbo Xilaahuun kabbadaan,sirreeffamtoota ulaagaa dhiifamaa guutaniif dhiifamni taasifamuu ibsaniiru.

Haaluma walfakkatuun Naannoon Giddugalessaa Itiyoophiyaa sirrreeffamtoota seeraa 468 ‘f dhiifama taasisuu ibseera.

Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Indaashaw Xaasew,
Sirreeffamtoota dhiifamni taasifameef 453 dhiiroota yoo ta’an10 immoo dubartoota ta’uu dubbataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.