Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Naannoon Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee 6ffaa bakka Pireezidaantiin Naannichaa Xilaahuun Kabbadaan argamanitti Magaalaa Arbaa Mincitti gaggeeffamuu eegaleera.

Walga’ichaan gabaasni raawwii karoora 2016 dhiyaachuun kan irratti mari’atamu ta’uun ibsameera.

Dabalataan wixinee baajataa 2017 fi ajandaalee biroorratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan kan eegamu ta’uu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.