Naannoon Gaambeellaa Lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’aniif birrii miiliyoona 4 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Naannoon Gaambeellaa Lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaar sababa weerara garee shororkeessaa ABUT qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Birrii miiliyoona 4 deeggarsa taasiisuuf murteessuu ibsameera.
Ummannii fi Mootummaan naannoo Gaambeellaa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisaan cimsanii itti fufuu Preezdaantiin naannichaa Umood Ujuluun ibsaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.