Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Amaaraa baajata 2016’f Birrii Biiliyoona 137.4 ol raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Naannoon Amaaraa baajata bara 2016’f Birrii biiliyoona 137 fi miiliyoona 408 fi kuma 472 fi 187 raggaasiseera.

Manni maree naannichaa yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun guyyaa har’aa bajaata bara 2016 naannichaa raggaasiseera.

Baajataa naannichaa ramadame keessaa Birri biiliyoonni 89 fi miiliyoonni 279 fi kuma 467 yookaan %65 galii naannichaarraa walitti qabuuf karoorafame ta’uun ibsameera.

Laayikun Alamtu gabase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.