Fana: At a Speed of Life!

Naannoolee galmee kaadhimamtoota rawwaachuuf yeroon dheerateef ilaachisuun Boordiin Filannnoo Biyyaalessaa ibsa laate

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)-Naannoolee galmee kaadhimamtoota rawwaachuuf yeroon dheerateef ilaachisuun Boordiin Filannnoo Biyyaalessaa ibsa laateera.
Bu’uuruma kanaan naannooleen galmee kaadhimamaa otuu hin eegaliin hafan adeemsa galmee kadhimmatoota akka raawwatan ta’a.
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Afaar
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Amaaraa
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Sidaamaa
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Kibba
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Somaaliyaa Gurraandhala 6-14,2013 meeshaaleen galmee kaadhimamtootaaf oolu kan imaluu fi leenjiin raawwachiisummaa galmee kadhimummaa yeroo itti laatamu yoo tahu, Gurraandhala 15-26, 2013tti ammoo yeroo itti galmee kadhimatootaa raawwatan tahuu boordichi murteesseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.