Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti Qonni Misooma Jallisii Bonee eegalame

Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti Qamadii Jallisii Boneen oomishuun eegalamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiseera.

Gosoota Sanyii Qamadii Qaqqabaa fi Kiingi Bardi jedhaman facaasuuf qophiin xumuramuu eeraniiru.

Naannichatti lafa hektaara kuma 19 Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf karoorfamuu eerameera.

Alamsagad Asaayyeetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.