Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraayitti Duulli Biqiltuu dhaabuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraayitti Sagantaan duula Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.

Saganticharratti Pireezidaantii bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa ,qondaaltoonni naannichaa ,Abbootiin Amantaalee fi kutaaleen hawaasa garagraagraa hirmaachaa jiru.

# Ashaaraa Magariisaa

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.