Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraay naannawaa weerarri Awwaannisaa mul’ateetti biifaan keemikaalaa xiyyaaraan eegalamuufi

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay naannawaa weerarri Awwaannisaa mul’ateetti biifaan keemikaalaa xiyyaaraan eegalamuuf ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise.

Biifaan keemikaalaa kun torbee dhufuu jalqabee xiyyaaraan kan biifamu ta’uu ibseera.

Hoomaan Awwaannisaa kun naannolee Tigrawy, Afaar, Amaaraa fi naannolee birootti lafa hektaara kuma 12 fi 653 weeraruu Ministeera Qonnaatti hojii raawwachiisaan Eeggumsa Biqiltuu Balaayinahi Niguseen eeraniiru.

Yohaannis Darribootu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.