Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigiraayitti adda citee kan ture jijjiirraan Birrii moofaa deebi’ee eegale

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Naannoo Tigiraayitti adda citee kan ture jijjiirraan Birrii moofaa deebi’ee eegaleera.
Jijjiirraan maallaqaa kun Sanbataa fi Dilbata dabalatee Muddee 21, 2013 eegalee guyyoota 14 keessatti akka raawwatu BaankiiN Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.