Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaleetti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Somaleetti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame.

Naannoo Somaleetti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffameera.

Miseensoonni kaabinee naannoo Somaalee Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” jedhuun kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban mul’isaniiru.

Miseensoonni kaabinee naannichaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf kan oolu Birrii miiliyoona 100 fi re’ee fi sangaa kuma 2 deeggarsa taasisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.