Naannoo Somaaleetti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaan mata duree ‘Egeree keenya har’a haa dhaabnu’ jedhuun eegalameera.
Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagr dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee argamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.