Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti Piroojektoonni fayyadamummaa ummataa mirkaneessan ijaaramaa jiru jedhame

Fi.nfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Piroojektoonni fayyadamummaa ummataa qabatamaan mirkaneessan ijaaramaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii naannichaa beeksise.

Jilli Gaazexeessitootaa hojiilee misoomaa naannichatti hojjetamaa jiru daawwateera.

Piroojektoonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa qabatamaan mirkaneessan naannawaa adda addaatti hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaa Obbo Farahaan Jibriil ibsaniiru.

Gama nageenyanis hojii jajjabeessaan hojjetamuu ibsaniiru.

Guyyaan sabaaf sablammootaa 18ffaan naannichatti sagantaalee garaagaraan kabajuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu eeraniiru.

Wandimmuu Addunyaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.