Naannoo Somaaleetti Piroojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 114n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Faafan magaalaa Hartisheekitti Piroojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 114n ijaarame eebbifameera.
Piroojektichi bakka hoggantoonni mootummaa naannichaa fi kutaaleen hawaasaa argamanitti eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’eera.
Jiraattootta kuma 50 ol fayyadamoo kan taasiisu ta’uu miidiyaan naannichaa gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.