Naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 27tti tilmaamamu taasifame
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 27tti tilmaamamu taasifameera.
Dhaabbanni deeggarsaa Meeschiin Foor Jedhamuu deeggarsa konkolaattoota wal harkisu 25 gara naannichaa ergeera.
Deeggarsicha Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Musxafee Mahaammadii fi hoggantoonni olaanoon naannichaa fuudhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.