Naannoo Somaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 74’n meeshaalee qonnaa 486 bituufi
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Naannoo Somaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 74’n meeshaalee qonnaa 486 bituufi jedhameera.
Naannichi meeshaalee qonnaa 486 bituuf Indastirii qonnaa fi oomishaa maashinaa Ityoo-Injinariingii Giruuppii Adaamaa waliin waliigaltee mallatteesseera.
Mootummaan naannichaa damee qonnaa ammayyeessuu fi oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf dhaabbaticha waliin tiraaktiroota, maarashaa fi kanneen biroo bituuf waliigaleera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.