Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Sidaamaatti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.

Naannichatti har’a sa’aatii 12:00 eegalee biqiltuu miiliyoona 25 dhaabuuf Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddameen saganticha eegalchiisaniiru.

Sagantichi sadarkaa naannootti magaalaa Hawaasaatti eegalameera.

Saganticharratti Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saanii dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa, naannoolee fi kutaaleen hawaasaa argamaniiru.

Birihaanuu Bagaashawuu fi Taammanaa Araggaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.