Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Sadaasa30 hanga Muddee 2, 2013tti laatama

Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Sadaasa 30 hanga Mudde 2, 2013tti kan laatamu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.

Qormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa naannootti laatamu akka naannoo Oromiyaatti Sadaasa 30 hanga Mudde 2,2013tti kan laatamu ta’uu ibsameera.

Oolmaa daa’immaniitiin ala naannichatti adeemsi baruu barsiisuu Sadaasa 21, 2013 kan eegalu ta’uu eerrameera.

Barnoonni oolmaa daa’immanii torbee lamaaf dheerachuu biirichi beeksiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.