Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 xumuramuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 ijaarsarra turan xumuramuun eebbaaf qophii ta’uu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan himaniiru.
Obbo Addisuun fuula Feesbuukii isaaniitiin akka ibsanitti, Proojektoonni fayyaa yeroo dheeraadhaaf ijaarsi isaanii harkifachuu irraa kan ka’e madda komii ummata ta’aa turuun isaanii ni yaadatama jedhan.
Hospitaalli hedduun ijaarsa irra turan yeroo qabameef keessatti xuramuu dadhabuu isaaniitiin maqaan “Obsii taa’i” jedhu ummataan itti moggaafamee ture jedhaniiru.
Proojektoota kana keessaa 59 sadarakaa naannootti hordofomaa kan turan yammuu ta’u, proojektoonni 178 sadarkaa godinaaleetti hordofamaa kan turanidha jedhan.
Proojektoonni xumuramanii eebbaaf qophaa’aan kan armaan gadiiti:-
- Hospitaala Ganjii
- Hospitaala Cawwaqaa
- Hospitaala Xiroo Afataa
- Hospitaala Walisoo
- Hospitaala Hoolotaa
- Hospitaala Dandii/Gincii
- Hospitaala Gursum
- Hospitaala Daaroo labuu
- Hospitaala Burqaa Diimtuu
- Hospitaala Arsii Caancoo
- Hospitaala Meeggaa
- Hospitaala Baddeessaa
- Hospitaala Dugdaa
- Hospitaala Areeroo
- Hospitaala Gooroo
- Hospitaala Tooree
- Hospitaala Taltallee
- Hospitaala Diimaa Magaala Sabataa
- Hospitaala Gololchaa
- G/G Tajaajila fayyaa Haadholii Hospitaala Naqamtee
- Wiirtuu Tajaajila qinda’aa Miidhaa Koorniyaa Hospitaala Naqamtee
- G/G Tajaajila fayyaaa Haadholii Hospitaala Adaama
- Doormii Baratootaa Hospitaala Adaamaa
- Omisha Oksijinii Hospitaala Najjoo
- Babadhisuu Hospitaala Yaaballoo
- Mana Qorichaa Hawaasaa Yunivarsiitii Bulee Horaa
- Mana Qorichaa Hawaasaa Hospitaala Yaaballoo
- Wiirtuu Tajaajila Yaala Iddoo Tokkoo Miidhaa koorniyaa Hospitaala Yaaballoo
- Wiirtuu Tajaajila Yaala Iddoo Tokkoo Miidhaa koorniyaa Hospitaala Ciroo
- Hospitaala Miidhaga Tolaa
- Waajira Eegumsa fayyaa Jimmaa
- BF Ol-guddisuu Galiilaa
- BF Ol-guddisuu Gelloo
- BF Ol-guddisuu Kiiramuu
- BF Ol-guddisuu Guttiin
- BF Ol-guddisuu Nuunnuu
- BF Ol-guddisuu Leeqaa Dullachaa
- BF Ol-guddisuu Laaloo Asabbii
- BF Ol-guddisuu Baboo
- BF Ol-guddisuu Haruu
- Mana Qoricha Hawaasaa Magaalaa Fichee
- Laabooratoorii Naannoo Naqamtee
- BF Ol-guddisuu Mugii
- BF Ol-guddisuu Jimmaa Horroo
- Babadhisuu hospitaala Haramayaa
- Babadhisuu Hospitaala Dalloo Mannaa
- Babadhisuu Hospitaala Baalee Roobee
- Babadhisuu Hospitaala Dodolaa
- Mana Qorichaa Hawaasaa Hospitaala Malkaa Odaa
- Mana Qoricha Hawaasaa Hospitaala CS Shaashamannee
- Mana Qoricha Hawaasaa Yunivarsiitii Wallaggaa
- Mana Qorichaa Hawaasaa Hospitaala Limmuu Gannat
- Mana Qoricha Hawaasaa Hospitaala Aggaaroo
- Mana Qorichaa Hawaasaa Hospitaala Gimbii
- Mana Qoricha Hawaasaa Hospitaala Haramayaa
- Mana Qoricha Hawaasaa Magaalaa Sabbataa
- Wiirtuu Tajaajila Yaala Iddoo Tokkoo Hospitaala Fichee
- Wiirtuu Tajaajila Yaala Iddoo Tokkoo Hospitaala Tullu Boolloo
- Mana qorichaa Hawaasaa Hospitaalaa Dadar
Pirojektootni 178 sadarkaa godinaaleetti hordofamaa turanidha. Isaanis,
- Ijaarsa G/gala baqaqsanii yaaluu sadarkaa Buufataalee fayyaa 26
- Keellaa fayyaa dhalooota 2ffaa 8
- Mana Jireenya Hojjetootaa fayyaa Buufata fayyaa 30
- G/G Cibsanii Yaaluu 62
- Buufata fayya Ol-guddisuu/ Buufata Fayyaa 9
- Bishaan Diriirsuuu 41
- Waajjira Eegumsa fayyaa 2
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.