Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaa magaaloota garaagaraatti guyyaan yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisaa ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 2ffan kabajamaa jira.

Guyyaan kun Magaalaa Baatuu fi Asallaatti sirnoota garaagaraan yaadatamaa jira jedhame.

Magaalaa Baatuutti guyyichi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuun yaadatamaa jiraachuu eerameera.

Magaalaa Asallaattis guyyaan kun sirnoota garaagaraan yaadatamaa jira.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.