Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Kibbaatti sagantaa “Maaddii Guutuu” beeksisuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)- Naannoo Kibbaatti sagantaan “Maaddii Guutuu” beeksisuu Godina Guraagee Aanaa Masqanitti gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti Ittaanaa Muumme Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Itti Gaafatamaa Waajjiraa Paartii Badhaadhinaa Adam Faarah, Pireezidaantii Naannoo Kibbaa Oboo Ristuu Yirdaa akkasumaas qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannichaa biroon argamuu ragaan kominiskeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.