Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Kibbaatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf na dhaabbadhaa” gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Kibbaatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf na dhaabbadhaa” gaggeeffame.

Saganticharratti Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee hoggantoonni hojii olaanoo naannichaa argamaniiru.

Raayyaan Ittisa biyyaa Gaachana biyyatti, mallattoo, birmadummaa fi tokkummaa biyyatti jechuun kabaja qaban ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.