Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Kibbaatti mariin ijaarsa biyyaa keessatti qooda hayyootaa jedhu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Hoggantoonni mootummaa olaanoon Naanoo Kibbaa haala waqtaawaarratti hayyoota waliin marii taasiisaa jiru.
Ijaarsa biyyaa keessatti qooda hayyootaatarratti xiyyeeffachuu magaalaa Waraabeetti marii taasiisaa jiru.
Marii kanarratti Preezdaantii naannichaa obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo kan argaman yoo ta’uu, ‘Nageenya waara Misooma itti fufaa fi ijaarsa biyyaa bu’aa qabeessaaf’ mata duree jedhuun taa’amaa jira.
Dhimmoota waqtaawaa naannichaa, biyyaalessaa fi ijaarsa biyyaa keessatti qooda hayyootaa haala guddisuun danda’amuurratti marii gaggeessaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Naannichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.