Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Indaastirii Qaallittiitti Warshaa Huccuu Eeliyaasirra balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 350 olitti tilmaamamu barbadaa’e

Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Indaastirii Qaallittiitti Warshaa Huccuu Eeliyaasirra balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona dhibba 3 fi 50 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsameera.

Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii aanaa 7 iddoo addaa naannoo Indaastirii jedhamutti Warshaa Huccuu Eeliyaas irra guyyaa kaleessaa naannoo sa’aatii 3:15tti balaa Ibiddaa muudateen miidhaan kun qaqqabuu ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.