Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Hararritti piroojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 245 oliin ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, 18 ,2015 (FBC)- Naannoo Hararitti piroojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 245 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.

Sirnichaarratti Pireezidaantin Naannoo Hararri Obbo Ordiin Baadrii, Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misooma Aadde Caaltuu Saanii fi qondaaltonni olaanoo Naannoo fi fedeeralaa biroon argamaniiru.

Piroojeektiwwaan ebbifaman keessaa piroojeekti Daandii Shankooraa, mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa, oolmaa Dargaggoota, manneen jireenya barsisoota fi kanneen biroo ta’uu ibsameera.

Nageessoo Kadiirtu gabaase

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.