Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti Pirojektoonni ijaaramaa turan eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin pirojektoota naannichatti ijaaramaa turan eebbisiisan.

Pirojektoonni eebbifaman kunneenis Mana Barnootaa sadarkaa 2ffaa Dirree Xiyyaaraa fi hojii haaromsa Mandara Seena Qabeessaa Awubarhedilee fa’aan ta’uun eerameera.

Dabalataan Aanaa Abaadiritti ijaarsaa fi suphaa Karra Suuqxaax gaggeeffamee fi Pirojektii Giddugala Ittisaa fi To’annoo Balaa Tasaa fi Ibiddaa naannichaa ijaaraman eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’uu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.