Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti barattoota qabxii Olaanaa galmeessaniif badhaasni kenname

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Hararii barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasa kenneera.

Saganticharratti Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badrii haasawaa taasiisaniin, qulqullina barnootaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo kennuun hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.

Naannichatti Baratootaa kutaa 12ffaa qormataa biyyaalessa fudhatan kuma 2 fi 525 keessaa % 13.3 darbuun ibsameera.

Barattootaa qabxii olaanaa galmeessanii fi manneen barnootaa raawwii foyyaa’aa qabaniif badhaasnii fi beekamtiin kennameera.

Yasin shamsudin

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.