Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Filannoo Aanaa Kofalee Buufata Filannoo Magaalaa Kofalee lakkoofsa 02 Ltti filannoon gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Filannoo Aanaa Kofalee Buufata Filannoo Magaalaa Kofalee lakkoofsa 02 L tti ummanni kaardiisaatiin sagalees laataa jiru.
Buufata filannoo kanatti namoonni kumni 1 fi 500 filachaa kan jiran yoo ta’u, hoji raawwachiiftotni filannoos ummata sirnaan keessummeessaa jiru jedhame.
Taajjabdootnis iddoo isaanii qabatanii sirna filannoo gaggeeffamu taajjabuu irratti argamu.
Filannoon rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Biqilaa Tufaatu gabaae.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.