Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti karoorri Ekisteenshinii Fayyaa waggaa 15 qophaa’e

Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz karoora Ekisteenshinii Fayyaa tajaajila hawaasaa ni fooyyessa jedhame waggaa 15 qopheessuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksiseera.
Mariin karooricharratti xiyyeeffate guyyaa har’aa magaalaa Asoosaatti gaggeeffameera.
Bara baajataa 2015 eegalee karooricha hojiitti hiikuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu TOI gabaaseera.
Hojiirra oolmaa karooricharratti ogeeyyiin yaalaa, ogeeyyiin eeggumsa naannoo fi qaamoleen dhimmi ilaallatu biroon qooda kan fudhatan ta’uu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.